Jimma Times logo
 
 
 Web  Jimma Times 
Reader Login
Username:
Password:
 Save Login?
Free Sign-up
Forgot Password?
Reader Control Panel
 
 
 
HOME / Afaan Oromo / WORLD
Deeggartoonni Hilaarii Kiliinten 17% Tahan Baarak Obaamaa Akka Hin Fillee Ibsame
Credit - nhpr

Senaater Hilaarii Kiliintan duula nafilaa yoo xumuraan waamicha deegartoota isaaniif dhiiyyeessaniin deegartoonii isaanii akka seenaatar Baarak Obaamaa filaan ture. Haataahu malee, deegartoonni Hilarii, kiliintan kutta Ameerikaa garaa garaa muraassaatti waan argamanii akka Obaamaa deegaran tasisuun itti ulfaachuu nidanda’a jedhameera.

Akka qorannoo CNN-itti yoo tahee deeggartoota Kiliintan keessaa %60 qofaatu Obaamaa filuuf fedhii qaba. %17 kan tahaan Joon Makeeniin filuuf fedhii yoo qabaataan; %22 akka filannoo sanarratti hin hirmaanne mul’isan.
Akkuma duulichaa raawwateen, Hilaarii Kiliintan deegartootanni isaanii akka seenaater Baarak Obaaama filuun pirezidaantii Ameerikaa tasisaan waamichaa onnachiisaa dhiyeessurra jiru.

Sababiin deeggartoonni Kiliintan Obaamaa hinfilleef tokko siyaasa eenyuummaa (identity politics) keessumaayyuu mirga dubartootaa Hilaariin caalaatti kabachiisuuf yaaddet jedhan.

Deeggartoonni Kiliintan hojjettota warshaa fi manguddoota yoo tahaani; kan Obaamaa immoo warra adii barnoota guddaa qaban fi dargaggootta akkasumas warra Afrikaa-Ameerikaa akka tahaan barameera. Akka qorannoon mul’isetti Obaamaan deeggarsi deegartoota Hilaarii irraa argatu baay’ee guddaa hintahu.

Post A Comment
Comments 0 comments for this article