Jimma Times logo
 
 
 Web  Jimma Times 
Reader Login
Username:
Password:
 Save Login?
Free Sign-up
Forgot Password?
Reader Control Panel
 
 
 
HOME / Afaan Oromo / UNIVERSITY REVIEW
ETMA Barattoota Badhaase

Seefuu Abbaagiddii

ETMA (Dhaabbata Badhaasa Yaadannoo Itoophiyaa Taaddasaa) barattota Makaanikal Injinariingii 2 Jimmaa Yuunivarsiitti kessatti kan baratan yoo badhaasu, bara 1999 barattoota 2 dabalee walumaagalatti erga hundeeffamee barattoota 4 muummee Makaanikal Injinaringii irraa ulaagaa dhaabbatichaa guutanii argaman sirna ho’aa ta’een tokko tokkoon isaaniitii waraqaa ragaa, kitaabota adda addaaf qarshii 2000 (kama lama) badhaaseera.

Barattootni badhaasa kana argatanus kanuma qofaan kan daangeeffamanu utuu hin ta’in miseensa neetwoorkii “ETMA – pro Net” ta’uun ogeeyyota lammii Itoophiyaa biyya Ameerikaaniif biyyoota biro jiraatanu wajjin walqunnamuun beekumsa isaanii gabbifachuuf carra akka argatanu hubachuun danda’ameera.

Dhaabbatni kun nama Aadde Itoophiyaa Taaddasaa (19443-2003) jedhamanu tokko yaadachuuf hintala isaanii jalqabaa kan taate Aadde Mallasuu Bulchaaf firootii isaanii biroon Yuunivarsiitii Jimmaa keessaatti kan hundeeffame yoo ta’u kaayyoon isaas waggaa waggaan barattoota Makaanikal Injinariingii qabxii caalmaa qabanu 2 badhaasuun mira waldorgommii yedduu isaanitti uumuun lammii guddina biyyaatii bu’aa buusuu danda’u horachuudha.

* JU Faculty of Technology

Post A Comment
Comments 4 comments for this article
Added: July 22, 2008. 12:25 PM GMT
etifuufa
keenan akanaa bayyee kan nama gamachisu gati ta,eef itt fuufa
baca gamada
Added: July 22, 2008. 12:25 PM GMT
etifuufa
keenan akanaa bayyee kan nama gamachisu gati ta,eef itt fuufa
baca gamada
Added: April 21, 2010. 03:43 PM GMT
GAARIIDHA
BAAYYEE NAMATTI TOLA
MUDESIR
Added: August 09, 2010. 09:11 PM GMT
Good job! It inspires the other Diaspora communities to take such a great-leap forward.
Anonymous