Jimma Times logo
 
 
 Web  Jimma Times 
Reader Login
Username:
Password:
 Save Login?
Free Sign-up
Forgot Password?
Reader Control Panel
 
 
 
HOME / Afaan Oromo / SPORTS
Meeshaatiin atileetiin tokko hoteelatti doorsisame

Garee maraatoonnii olompikii kan tahe Diribaa Margaa atileetii Tasammaa Abishirootiin shugguxiin naannoo Hoteela Giyoonitti doorsisamuusaa namoonni ijaan argan dubbataniiru.

Akka gabaasa poolisiitti gochi kun kan raawwatame yeroo Diribaan leenjiitii deebi’aa jiruu, Tasammaa immoo hoteelaa kanatti eeguun shugguxii baasachuun “ani siin barbaada,” jedhuun Tasammaa dorsiise.

Gochi kun gaaffii yookiin falmii “anu maraatoonii Beejingirratti hirmaate” jechuun Buzunaash Baqqalaa fi Dirree Tunee bakkee leenjiisaanitti gaggeessa ture booda akka tahe baramuu danda’eera. Buzunaash akka dorgommii olompikii Beejingirratti hinhirmaanne erga itti himamee ture. Tasammaan immoo abbaa mana isheetti. Diribaan immoo hiriyaa Kaliil Amaniitii. Kaliil Amaan immoo leenjisaa fi abbaa manaa Dirreetti.

Akka Tasammaa poolisiif yaada laateen kan inni gara hoteelaa deemee haati mana isaa sababaa garee olompikii maratoonii kana keessaa hir’ifameef of ajjeesuu waan jedhanii isa waamaniif ture.

Balaan kun namoota naannoo jiranii akka qabnee akka ibsi gabaasni kun Tasammaa birri 300 adabamuun yoo hidhaatii lakkifamuyyuu maalii alla inni shuguxxiin nama dorsiisuun isaa garuu gara fulduratti qortama.

Post A Comment
Comments 1 comments for this article
Added: September 09, 2009. 08:45 AM GMT
xeerin bakaafi xirooft!
what do you expect from the illitrate?!
Anonymous