0f Ta’u
Of ta’uun yoo gamu
Ta’uun didee ta’uu
Fakaachun yoo eegalu
Dhume
Wayta san
Nama ta’un hafe
Hin Tuffatan
Ija gara garaan
Laalanii madalanii
Kan ofii mi’eechuf
Kan tokkoo bushesanii
Boodatti hafaa jedhuun
Malee, malee , malee
Calaqee jiruutii
Mallattoo eenyummaatii
Baattoo namummaatii
Boodat hada‘n qabdu
Aadaan abbaf fayaa
Lafumaa ka’anii
Aadaa saba tokkoon
Dubat haffa jechuun
Duubat haabisanii?
Maalif tufatanii?