Jimma Times logo
 
 
 Web  Jimma Times 
Reader Login
Username:
Password:
 Save Login?
Free Sign-up
Forgot Password?
Reader Control Panel
 
 
 
HOME / Afaan Oromo / LOCAL NEWS
Sheger FM 102.1 ganama sa’ aatii tokko jalqabee segantaa..

Sheger FM 102.1 ganama sa’ aatii tokko jalqabee segantaa ‘ye merix Debdaabee’ irra, Guyyaa 28/08/2001tti zelaalem mulaatuudhaan dhiyaatee tamsa’een

Yuniversitii finfinee sidist killo kampasi barattoota oromiyaa gaaffii mirga kaassaniin irra fayyadamuun jecha «Gaallaa» jedhu amma kan ummamee fakkeesunifi kanaan dura waan hinjiraannee gochuun kan hubatan natti fakkaata, garu jecha «Gaallaa» jedhu ummata biraa hahaafuu ummanni oromooyyuu ameen jedhee fudhatee jecha itti fayyadamaa jiru, har’a maal want haaraa umameettu iddoo deemne hunda jecha «Gaallaa» jedhu fayyadamatanii jechaa biyya ofii keenya keessatti daramnee jiraana, jedhaa media shegeriti dhiyaatteera.

Sheger FM 102.1 irra afaan balleessaa ta’een dabarfachuun isaa mirga ummata oromoo fi kabaja isaa kan xuqu ta’uun isaa hubachuu, media caqafame kana irratti qaaminii isa ilaalu tarkaanfii haatattama yoo fudhachuu baatee, ummani oromoo kalleessas ta’ee har’aa mirga fi kabaja isaa yeroo dabarsee keenne hinjiruu, tarkaanfii fudhachuufis yeroo hin keennu.

Post A Comment
Comments 2 comments for this article
Added: May 11, 2009. 04:51 PM GMT
we like you
please keep it up.your programs are very interesting & we like it.
dawit debebe
Added: December 25, 2009. 01:03 PM GMT
GO TO WORK
Please U guys Stop talking and start working peaple inthe other world who were called with a lot of offence name changes the name to a proud name by work but U are still talking about it "U can meke a man mad by calling him Mad"
Anonymous