Jimma Times logo
 
 
 Web  Jimma Times 
Reader Login
Username:
Password:
 Save Login?
Free Sign-up
Forgot Password?
Reader Control Panel
 
 
 
HOME / Afaan Oromo / AFRICA
Jeequmsa filanno booda ka’een Keeniyaanoon qeyyee isaanii gadhissan gara qeyyee issannitti hin debiine

Girmaa Mohaamaddiin

Sab–qunnamttin Keeniyaa akka ibsanitii maatiin 50 akka jeequmsa filannoo pirezidaantummaa booda ka’een qe’ee isaanii gadhisaniin hindeebine.

Maatii sanyii Kuykuyu ta’an doorsiisa namoota sanyii Kalejiin ollaa isaanii irraa kan ka’ee jeequmsa ji’a afur dura ka’een namoonni 1,500 tahaan yoo du’aan kan 600,000 tahan ammoo mana malee hafaniiru. Haa taa’uuyyuu malee, hogorrii degartoota kaadhimaan pirezedaantii Raayilaa Odingaa Kalejiin fi deegartootaa pirezidaantii Muhwai Kabaakii Kikuyu akkuma itti fuufeettii jira.

Taajabdoonii idle-addunyaa Raaliyaa Odingaa sababii Kibaakiin filannoo sana hataniif deegartoonnii garuu Raaliyaa Odiigaa deegartoota isaanii waan tassgabbeessuu dadhabaniif komatamaniiru. Soodaa nageenyaa isaanii irraa kan ka’ee maatiin sanyii Kuykuyuu qe’ee isaanii gadhiisanii magaalaa lixa biyyittitti aragamtu Eldorettii kooluu galaniiru .

Paasteer Waldaa naanoo magaalaa kanaa akka dubbatanitti yoo jarreen kaneef bakka bultii laataniif akka waldaan isaanii lubumma irra buustuuf akkekachifiin kennameeraaf.. Mootumaan Keniyaa humnaa polissii nannoo sana egaaniif haala jiru kan tasgabessan qophessee akka jiru ibsameera.

Post A Comment
Comments 1 comments for this article
Added: June 19, 2009. 05:29 PM GMT
degarsa
Thank you to see our language on web tha released from jimma provence
Anonymous