Readers Series - LETTERS is a collection of articles and letters sent to Jimma Times blog section for publication.
|
08/11/2010 - 1:17 p.m. GMT -- by Readers Series Cuunfaa fi Ejjennoo Waltajjii Maree Araaraa, Tokkummaa fi Oromoo Humneessu Waldaa Artistoota Oromoon Qopha`ee: Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti araarri, nagaanii fi tasgabbiin akka jiraatuu fi Oromoo humneesuu akkasumas ABO tokkoomsuuf araaraa deemaa jiru deeggaruuf Caamsaa 29 , 2010 waltajjiin Maree Araaraa ,Tokkummaa fi Oromoo Humnessu Waldaa Artistoota Oromoon (WAO)n qophaa’ee gaggeeffame milkiin xumurame. Waltajjii kana irratti hawwaasni Oromoo Minnesota fi naannoo isaa jiraatanii fi dhibba baayyeetti lakkawaman kan irratti argamanii irraa qooda fudhatan yoo ta’u, dhaaboleen siyaasaa fi jaarmayoonni Hawaasaa Oromoo kan naannoo Minneapolisii maadheffatanii jiranis waltajjii kana irraa qooda fudhatanii jiru. Walgahiin kun eebba manguddotaan erga banameen booda, Dura Ta`aan WAO Obbo Amin Jundi hirmaatota walgahii irratti argaman baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa WAO eega dabarsanii booda waligahiin tartiiba ka`amee itti fufe. Bakka bu’oonni Waldaalee amantii sadan Sheik Hassan Safir, Luba Malkaamuu Nagarii fi Obbo Lammii Shunaa waldura dubaa Nagaa, araarii fi tokkumaan akka amantii isaanitti barbaachisaa fi murteessa Moraa Qabsoo bilisummaa Oromoo fi ummata Oromoo giddutti ta`uu isaa addeessan jiru. Waldaan Dargaggoota Oromoos haala deemsa qabsoo bilisummaa Oromoo kan calaqqisiisu agarsiisa Video gabaabaa dhaamsa guddaa barbaachisumaa araaraa fi tokkummaa jaarmayalee Oromoo fi ummata Oromoo qabu dhiheessan turan. Gama dhaabolee siyaasaa Dr, Fido Ebbaa, Obbo Leencoo Baatii fi Obbo Zelaalem Nagaasaa; haasaa walgahii kana irratti taasisan keessatti “ABOn gargar qoqqoodamuu fi gurmuun qabsaa’ota Oromoo laafachuurraa kan gargaarame diina qofaa akka ta’ee, inni kunis qaabsoo bilisummaa Oromoo gara boodaatti akka harkisee fi tokkummaa hawaasa Oromoo akka laaffise duubbatan. Rakkoo gidduu keenyatti uumamee waggoota kurnan darbaniif nu danqee ture hiikkachuu fi ABO tokkoomee hoggana tokkoon gaggeeffamu deebisnee argamsiisuuf haasaarra jirr... [Read More] |
|
01/01/2010 - 11:54 p.m. GMT Ixoophiyoota firoota kiyya biyyaa fi ala jirtan: Barri haaraan yeron Krismasee kan gammachu fi eebbaa isiniif haa tahu! Ummatni Ixoophiyaa harki sagaltamii sagal kan Kiristaana, Islama, Ihudaa, Amnantii durii taahan - Oromoo, Amaara, Tigree, Guraagee, Somalee, Walayitaa, Hadiyaa, Kafaa, Affar, Nu’er, Anyuwak, fi saboota hafan, kan amantii qabani fi safuu ulfeessaniidha. Hundi keenya hundeen uumama ykn DNA keenya gosa tokko – afaan adda addaa haa dubbannu malee nuti maatii tokko. Ummati keenya dhala namaa kan tahe ni jaallatu, ni ulfeessu. Maaliif nu, warri baranne kan dhibba irraa harka tokko taanu, ummata keenya irraa hin baranne? Maaliif falasafa alagaa kan akka Makeveli, Hoppis, fi Mark ti if hiine? Maaliif ogesata kennyaa Abba Gadaa, Zara Yaaqb, Kristor Samra hin baranne? Yoom damaqnee daa’imman keenya miliyoonotaan lakkaawaman aannaniif boo’an, jaarsolee nagaan ciisanii nagaatti ka’uu hawwan, fi dargaggoota miliyoonota hedduu beekumsaa fi barachuuf dheebotaa jiran argina laata? Ixoophiyaan, nu ilmaan isee kan barmoota warra Dhihaa qabu, kan ummata guutuu keessaa harka tokkoo qofa taanu, qabaachuu iseef ayyaana qabeettidha. Akkasuma Ixoophiyaanota karaa teknolojii, nagadaa, seeraa fi beekumsaa barbaachisoota tahanii biroo qabaachuutti milkaahani arguun gammachuu guddaa natti dhaga’ama. Firoota kiyyaa, Ixoophiyaanota barattan baayyee keessaniin nan boona. Waggaan dhufu kun kan milkii fi jabinaa akka nuuf tahu hawwa. Yaa-Obelototaako:Waan baayyee hojjechuun keenya mul’atullee, akkasuma humna keenyaa waa’ee politikaa falasafuu fi gareedhaa wal jibbuu irratti bal’eessineerra. Dhugaadha, Ixoophiyaanota biyya keenyaaf waan hedduu hojjetan argeera. Akkasuma waggoota 40 dabran keessa garuulee adda addaa kan wal keessatti ham... [Read More] |
|
11/04/2009 - 7:56 p.m. GMT Opinion | By Fayyis Few days back, surprising and “shocking” news came out of the Ethiopian empire, i.e. the handshake of the Weyane Tigrai hegemonist Mr. Meles Zenawi
with the Amhara conservative unitarist Mr. Hailu Shawel. What do these
two persons have in common? Why did the handshake happen? Why was it
surprising to most Ethiopians, in general, and “shocking” to Amharas,
in particular? Did the “Oromo factor” play a certain role for the
handshake to happen? What is the relation of this handshake to the
hitherto attempts made to achieve the necessary compromise between
Amhara democratic forces and Oromo federalist movements in the
formation of the recent alliance aka Medrek? |
|
09/30/2009 - 11:18 p.m. GMT Opinion | By Fayyis Oromia With this article, I want to say to my hitherto readers, including my
criticizers, have a life of Ora-Oomo or life of Or-omo i.e life of Oromo aka
life of resurrection which meanse life of a NEW beginning and success in the
rest of your life journey. To comprehend what I do mean by Oromo life or by
life of Ora-Omo, enjoy my short essay here! |
|
09/29/2009 - 5:11 p.m. GMT
|
|
09/19/2009 - 6:59 p.m. GMT Opinion| By Fayyis We Oromos have no luxury and time to be divided and fight against each other now. We need to percieve the reality on the ground, interpret our perception of the reality, think, believe, wish, feel, move, act, behave and live as a one single entity striving in a good service of our national interest and purpose. We need to have clear view about our selves as well about our foes and friends. We need to thank our friends, but fight against our foes in unison. We are Oromos as one people, who do struggle for our right to self-determination. Every other individual or collective promoting our struggle is our friend, and any one trying to hinder our move to our goal covertly or overtly as well directly or indirectly is our foe. |
|
09/07/2009 - 1:34 p.m. GMT Opinion | By Fayyis Oromia This short essay is just presented as a clarification for Oromo foes, who are nowadays delighting by "percieving" a division of the Oromo liberation vanguard in to "three". To their information OLF has got from the very beginning only one Kaayoo (goal), which also at the same time can be interpreted as three Kayyos, in a pocket and it played with the three cards based on the objective reality it is in, aka according to the "here and now" of the situations. Even though the only one Kayyoo is self-determination, the 3 interpretations of the Kaayoo are: - independence without a union OLF permanently advocated that it fights for Oromian independence, for Oromos' right to self-determination and for a union of nations in the empire/region. It emphasizes one of the three interpretations according to the condition of the time (Zeitgeist). Whenever Abyssinians become arrogant and start to sing about the unconditional unity of their empire with supression of Oromos' right, it streses independence of Oromia from Abyssinian colonialism underming the possible union. The logic behind this is, where ever there is supression, there will be a move for separation. When reasonable politicians from different nations in the empire start to recognize the God given right of the great Oromo nation to self-determination, it starts to play the card of self-determination (decision per referendum either for independence within a union or for independence without a union). Now the one structural OLF we Oromos had seems to have been devided in to three, each of them just taking as a goal one of the three interpretations of the Kaayyo: |
|
09/05/2009 - 5:13 a.m. GMT Opinion | By Fayyis Oromia To get rid of the TPLF regime, there is no other way as an alternative to the re-organization of an alliance like AFD (Alliance for Freedom and Democracy)! Now it seems there is a hint to do it. As I heard from an interview given by Obbo Daud Ibsa in VOA Afaan Oromo program, certain liberation fronts are working together as an alliance: OLF, ONLF, SLF, BPLM and GPLM. It is a good restart. Such an alliance is the only way forward. MEDREK aka Forum for Democratic Dialog, FDD, at home and TIBIBIR aka AFD in Diaspora, including the cooperation as well coordination of these two alliances, is the best method to get rid of the dictatorial regime! |
Readers Series - LETTERS is a collection of articles and letters sent to Jimma Times blog section for publication.